Omedila Primary and Middle School
Announcement ማስታወቂያ/Beeksisa

ማስታወቂያ/Beeksisa

24 Jun 2026

#ለመምህራን በሙሉ

የ2019ዓ.ም ዓመታዊ የትምህርት እና የክበባት እቅድ እና የሁለቱም ሴሚስቴር የተማሪዎች ተከታታይ ምዘና (Continuous assessment) ከስስተም ፖሪንት በማድረግ ገቢ ያላደረጋችሁ መ/ራን በዚህ ምክንያት ለሚከሰተው ችግር ሀላፊነት የምትወስዱ መሆኑን በጥብቅ እናሳውቃለን።

#Barsiisota M/B keenyaaf

Karoora Gumii fi Barnoota Waggaa kan bara 2019 fi madaallii walitti fufaa(continuous assessment) qabxii barattootaa kan seemisteera Lamaanii print gochuun barsiisonni galii hin goone sababa kanaan rakkoo Uumamu kamiyyuu itti gaafatamummaa kan fudhattan ta'uu cimsinee isin beeksifna.

                                              ሰረዓተ ትምህርት/sirna barnootaa

Copyright © All rights reserved.

Created with